31 Inni aka bisaani danfisani baariini woch'isisa, akuma d'ad'a bassani dulooti naqani woch'isisa.
Gogaani garaa jala okote faara ta ch'ach'abt'e fakaata, gogaani suni d'oqe fafalaansa aka mukha mid'aanini d'aanani.
Inni hojja bisaani keesa deemu kara bibiliqa ufi duubati lakisa baariinile hoomacha adi tolcha.