23 Goga isaa fullaani toko laaftuni injirtu; akuma sibiila jabaata, diqole ilalaafu.
Eegeni isaa akuma ind'eesa oliqajeelti fooni miila isaa akami jajabaatani!
Lumeeni isa guddo jabdu, nami isaa argu ch'ufti imudama.
Garaani isaa d'akhaa, woma insodaatu; akuma d'akhaa daakhu jabaata, ka diqole illaamne.
Namicha, hayyu Misiri aka dansa gorsi waan jettuuni: Atini gosa d'ibi aka nyeench'a mohata, ammo nyeench'a suni ira atini nyaacha galaana dakhaatu fakaata. Atini miila keetiini bisaani booreesite galaana t'ureesita.
Qomti worra waan aka wonte sibiila qabdi, iyanti koola worraa aka iyana fardo lola yaatu jirti.