21 Hafuuri isaa ibida bobeese; bobai ibida afaani isaa keesa baha.
Funani isaa aari keesaa bahe, akuma aara buuyo jiitu okote jalaafi gubbaani keesaa bahu.
Lumeeni isa guddo jabdu, nami isaa argu ch'ufti imudama.
Bokaya d'akhaani roobufi ibidi bibiliqu angaasu isa dura jirtu keesaa bahe, dumansa guraacha keesa dabre.
Aari funnaani keesaa yae, ibida woi gube balleesuufi ch'ileeni bobeetu afaani keesaa yaate.
Duri duri, fulla ibidi guddaani toko hayyu Ashuru iti gubu kurfeesani. Fullaani sunini gadi qile, ammalle ballo, qoraanileeni arti miju. Duuba AABBO Waaqati hafuura isaatini ibida gabaase guba.
Buuyooni gogodde, daraaraani bada, hojja qilleensi AABBO Waaqa worra d'au. D'uguma bultiini namaa haguma buuyoti, yoosu hobaati!
Inni d'ukuba ufi dura erge, ch'iisi hamaleeni faana isaa d'ufa.