19 Afaani isaa keesaa ibidi bobae, qaanqeeni isa keesa oriti.
Hojja inni hat'ifatu, ifsaani iraa biliqe, ilti isaa akuma adu diirama baatu ifsiti.
Funani isaa aari keesaa bahe, akuma aara buuyo jiitu okote jalaafi gubbaani keesaa bahu.
Aari funnaani keesaa yae, ibida woi gube balleesuufi ch'ileeni bobeetu afaani keesaa yaate.