24 Eenuti dandae ila isa duuche, akasiini isa qaba? Eenuti dandae t'ururaani isa qabe, funani isaa woraana?
Inni laga yau insodaatu yo bisaani galaana Yordani fuula isaa d'aani inni woma intau.