22 Mukha qoraatitiifi gaaleeni afaani laga gaadisa isaa taati.
Inni mukha qoraati jala boqote, ch'affa illaaduu keesati d'okhata.
Inni laga yau insodaatu yo bisaani galaana Yordani fuula isaa d'aani inni woma intau.
Biyyiti bale gale taakite, waan ufi ch'ufa guuraate baqachu feeti.
Worri aka buuyo ch'affa keesati baatu bahe, akuma gale afaani laga bisaaniti baatu lata.
Jennaani inni latta mukhaa lafa Israeli keesaa hundaani buqise, lafa bisaani, ta biyye dansa qabdu, keesa d'aabe.
Guyya qara mid'aani dadansa mukhi keesani baasu fuud'a, qooti meet'itifi ta dame mukha d'ibi ch'ira, guyya torba AABBO Waaqa keesani durati gammada.