20 Marri inni nyaatu gaareeni gubbaati baha, fulla bineensi tabatu.
Ammalle sagale gosa ch'ufa ta nyaatani fuud'i olkayi, aka isiini liqimsa namaatiifi ta bineensale taatu.
Me, gorjama Behemothi jed'ani ilaali; siifi isale anumati uume. Inni aka looni marra nyaata,
Inni mukha qoraati jala boqote, ch'affa illaaduu keesati d'okhata.
Atini marra horii baafte, mukhale nama baafta; aka akasiini inni mid'aanifi daad'i isa gammachiiftuufi; d'aad'a inni ifsaatufi qit'a jabeenna isaa kennule ira argatu.
Hobolooni gubba deemte, gorjami Lewiathani jed'anileeni keesa tabata.