16 ammo nafi isaa akami irree qaba, fooni isaa akami jabaatani!
Me, gorjama Behemothi jed'ani ilaali; siifi isale anumati uume. Inni aka looni marra nyaata,
Eegeni isaa akuma ind'eesa oliqajeelti fooni miila isaa akami jajabaatani!
Lumeeni isa guddo jabdu, nami isaa argu ch'ufti imudama.