23 woraani nami isa yaabatu harkaa qabu adu keesati qilise bibiliqa.
Inni waan tokole insodaatu, goraadele ind'eetu,
Ch'eisa malamale, kae barise iti d'aabata; hojja magalata d'aani inni dandae ufuma ineju.
Duuli nyaapaa wonte diimtuuni yae woya diimtu naqata. Worri had'iisa kurfefachuu jira! Gaariini worraa, ka fardi hirkisu, aka ibida bibiliqa! Fardi worraleeni imbuburaqa!