1 Atini gaafa reeni abba inqamne, ta gaareeni irati galtu, d'alate imbeeta? Atini aka hiddini d'altu taka ya laalte?
Atini haga isiini ilme garaati baatu imbeeta? Atini gaafa isiini d'altu imbeeta?
Reeni alaa gaareeni d'ed'eertu gubbati galte, osileleeni d'akhaa gubbati d'okhati.
Qonqooni AABBO Waaqaa mukha jaba chochoofte mukha baddale obeensa iraa jissiti; Mana isaa keesale nami ch'ufti, Waaqa ha guddisani jed'e lalaba.
Hidini d'altuni, raasa isiini keesa oltu, ilme isii ta d'io d'alate, maro marrii injirreefi biraa deemti.
hiddi, saala, gadamsa, gugufto, bushaa ch'ufa —
Jennaani Sauloni askarti kuma sadi askarti Israeli keesa filate fulla toko ta, D'akhaye Ree Ala jed'ani gama ilaboru barbaadu d'aqe.