16 Atini taka madda d'immu bisaani keesa jirtu ya d'at'e? Atini taka bisaani baariini keesa lit'e, lafa ira ya deemte?
Gaafa ganni Nuhu d'ibba jaa, jia lameeso, guyya kud'ani torbeeso, guyya suni, bisaani jalaa olfarqatani gubbaale gabaafatani.
Bisaani gubbaa baafatanifi jala farqatani kaani ch'ufti ch'itani, bokeenileeni ch'aame,
Inni hojja bisaani keesa deemu kara bibiliqa ufi duubati lakisa baariinile hoomacha adi tolcha.
Isumati gubba ballise goorjama baariinile ira ejaanjata.
Atini d'awa bisaani keesa deemte, baariini qile taakite, ammo faana tante nami ingarre.
Baariinifi madda bisaani ch'ufa durati anini d'alad'e.
Tanaafi AABBO Waaqi waan worra Yerusalemutini jed'e, Anini d'iba keesani ya arge, amma isanii dubbad'e, nyaapa keesanile haalo isanii baasa. Anini madda bisaani Babiloni gosse galaana worraale kuta.