7 Anini eegi jaaroleeni tunini nama wobule ha qarooma ufi garsiiftu jed'e.
Duuba hayyu Rehoboamuni jaarole abba isaati mala d'ooftu dubbi suni gaafate waan jed'eeni, Mala naa d'aa, dubbi anini worra kanani jechu male nati hima.
Qaroomi ka jaaroleetiiniti? Hubachaani ta nama lafa buleetiiniti?
Nu qarooma keenna jaarole mata arri iraa baranne, ta abba kankele dura jirtu.
Nami wobeekhu jaarole ch'allaniti, nami wohubatu nama wobule ch'allaniti.
Waan anini seera kanke guutufi anini jaarole ira qalbi qaba.
Nami lubbu bule arri baase nama d'ugaa ka Waaqi eebise.
Isani hojja tana jara nama barsiisu tahu maltani, ufiiftu nama waan qara ta dubbi Waaqa isani barsiisu feetani. Isani harma hod'u maltani, sagale jabdu indandeettani.