2 Waaqi guddaani maani nu tolcha? Huji namati jed'e maani namaa kenna?
Nama gara Waaqa gubbaati d'uga na tahe na dubbatutii jira.
Aki Waaqi ch'ubbicha balleesu akasi, sunini baddi Waaqi ch'ubbicha herege.
Ifse ch'ubbicha taka ya d'aamfani? Worri akasi sunini tokoleeni taka gaargala ya argate? Waaqi taka worra ch'ubbuti dallane,
Waaqi jabeenna qaba; nami ch'ufti isa sodaachu male; inni gubba nagaya tolche, aka dansa fida.
Aki Waaqi guddaani nama nama dabsu tolchu akana.
Ammo hojja AABBO Waaqi waan taka argani ind'agayini tolche, lafti banamte worraafi waan worri qabu ch'ufa liqimsite, aka worri ato lubbu qabu fulla ekhera d'aqu, duuba aka worri kunini AABBO Waaqa didu imbeetani.
Nami ch'ufti fuud'a ulfeesu male, d'iirsafi niitiini wollakisani gara d'ibi yau himmalle. Waaqi worra waan hamtu tolchuufi algala wollaala iti mura.