Aayubu 30:18 - KITAABA WAAQA18 Waaqi fiit'e woya na qabe, woya tiyya mich'iire aka iraa gorse. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Nami aabo qabu, balla taanaani, naafa taanaani nama fuuli aka ira gore miili naafa taanaani, nama farra goobo qabu taanaani, geefarra taanaani, nama ilti kalabsu qabdu taanaani, nama nafi d'iira ka saala mamadae malaani keesa yau taanaani, yokhaani ka kolaasani taanaani, nami akana kunini tokoleeni fulla qulqullooti d'iaate sorio Waaqa imbaasini.