8 Nyeench'i, yokhaani bineensi janni aka isaaleeni, kara ch'eekhicha suni maro tokole gula indeemu.
Allaatiini kara d'ossa suni inagartu, qoreleeni arti gubba imbariftu.
Nami d'akhaye jajabdu ch'ach'abse gaareeni jala qote buqisa.
inni bineensa kikiyyiba ch'ufa intufata, inni hayyu bineensa ch'ufaati.
Inni nama d'ugaa qajeela tisse qorqorata.