3 Nami fulla guddo dukanootule keesa wobarbaade qile boolale keesa d'akha qota.
Inni dukana sipe balleese, ifsaani d'ufa.
Sibiila guraacha, lafa keesaa qotani, sibiila diimale d'akha iraa baasani.
Nami aka male fagaate, fulla miili namaa taka ingahiini ch'ufa d'aqe, lafa qote, sibiila keesa barbaade, achiti fulla namu injirre haada gula gadibue boola keesaa wo qota.
Guyyaani sunini ha gaandidae dukanauti; dumansi ha ira tahe, adu d'osse dukaneesuti.
Akuma qarsifi hori d'ossani barbaaddu, aka dansa qaroomale barbaadi.
Anini kutad'e, Waan lafa tana gubbati tolchani ch'ufa qalbeefad'e laale barad'a jed'e. Waaqi haga jiru jireenna yayu gaargala nama ira kaye.
Gochiti isani dabsattani huji woma imbaane hojatte ufi dad'absiifte, ammo waan worri hojate jaare ch'ufa ingubani. Hujiini tunini ch'ufti huji AABBO Waaqi Guddaani tolcheniti?
Ammo qaraa fiit'e Finnafi d'uga isaa barbaada, duuba wonti kunini ch'ufti teesani taati.
Abbaani hojattu kiyyiba kaani maro qarooma isatiifi guddo saade; wonti akanatiifi nami waan lafa tana gula deemu nama ifsa gula deemu ira mala lafa tanaa beekha.