4 Atini mala keeti, waan nami dubbi tante tana ch'ufa d'agayu jiru seeta? Eenuti dubbi tana si dubbisise? (Bildadi)
Wonti atini naani jette araba, ammo qalbiini tiyya waan sini jechuu malani ya na garsiifte.
Atini daalle aka kiyya kana akana gorsite, qarooma kanke garsiifta?
Ekheraani bisaani lafa jala keesa jirtu holate,
Anini dandae afaani qabad'e inoobsu, anini dandae inch'allisu, woiti na dubbisa.
Nafi isaa biyyeeti deebie, hafuuri isaa ka jireennale gara Waaqa ka qara isaa kenneti deebia.
Hubachu maltani aka nami Lubbuuni Waaqaa deemtuni tokoleeni dandae Yeso inabaare, ammalle nami tokoleeni dandae Yesoni Aabbo injed'u, yo Lubbuuni Qulqullooni isaani deemtu male.