22 Waaqi irre isaatini worra jajaba balleese, ch'ubbichale wo tolche hobaasa.
inni qaalole huji qaalluma iraa fuud'e worra jajabaale balleesa.
Nami ilaborutiifi ka ila aduu ch'ufti baddi isaa d'ageennaani mudame holata.
Waaqi guddo qaroomafi jabeenna qaba, Eenuti dandae isa dura eje, isaani wo morma?
Hayyooti lafa sharmut'iti tana woliini hameenna tolchite, nami lafaa ch'ufa farso hameenna isii kaani d'uge machae.