Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Aayubu 22:26 - KITAABA WAAQA

26 duuba atini hojja ch'ufa Waaqa gudda jaalate, aka inni gammada sii kennu agarta.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Aayubu 22:26
16 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Duuba ch'eera male biyya dura ejite, soda male garaa jabaate biyya keesa deemta.


Jireenni kanke adu guyya gudda ira ifse, dukantileeni barii siti fakaati.


ammalle yo Waaqi guddaani worqifi qarsi sii tahe,


Inni Waaqa guddati ingammada? Inni hojja ch'ufa Waaqa iyyaamata?


hojja inni Waaqa kad'atu inni isaa d'agaya; inni Waaqa arge gammade, Waaqileeni kara d'ugaati isa deebisa.


Inni waan jed'u, Ato nami d'uga Waaqa gula deemele woma imbaatufi.


Hojja anini seera kanke ch'ufa jabeese herege, nami na inch'eersu.


Diirama ch'ufa jaalala tante ta ind'umanne na qaabsisi wonti akanatiifi abdiini tiyya siuma. Anini si kad'ad'a kara anini deemu na garsiisi.


Gammada kanke AABBO Waaqa ira barbaadi, duuba inni waan garaani kanke fed'u ch'ufa sii kenna.


Ee AABBO Waaqa, hojattu tante gammachiisi, wonti akanatiifi kad'achaani tiyya gubbati si d'aqabdi.


Bad'aasoni kiyya yo d'iira d'ibiini wolbira qabani akuma mukha mapeera ka badda ke jiru jira. Anini gaadisa isaa jala boqochu fed'a. Mid'aani isaaleeni nati miyaani.


gammada nami na hojatu argatu argattani. Lafa ch'ufa keesa ulfinna isanii kenne, isanileeni lafa anini abba keesani Yakobo kenna taani maachitani. Dubbi tana ana AABBO Waaqati jed'e.


Garaa kiyya keesati Seeri Waaqa na gammachiisa.


Waan kad'annu ch'ufa isa ira inarganna, maro nu seera isaa guunne waan isa gammachiisa tolchinufi.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ