Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Aayubu 21:8 - KITAABA WAAQA

8 Worri ijoolleefi akhakhowani d'ale, ilmaani suni ta olguddatu arga.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Aayubu 21:8
8 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Inni gosa isaa keesa ilmaani inqabu, nami isaa ka hafe injiru.


Ilmaani isaa waan inni hiyyeesa iraa hate deebisuu malte.


Hojja Waaqi iti dallanu, mana isaatiifi waan inni qabu ch'ufa lolaani balleesani.


Waaqi mana worraa imballeesu, worri soda womatu inqabu.


nama lafa tana keesati quufu jalaa naa baasi. Gaargala atini worraa hereddeeni worra gaargalchi; gaargali sunini ha ilmaani worraatifi ilmaani ilmaani worrale ch'ufa d'aqabuuti!


Akuma ilmi abba ufitini khooru, nami jaarelleeni akhakhowani ufitini khoora.


Hujiini worraa ch'ufti tolte eebifamti, ijoolleeni worraleeni gaargala inargattu. Ammalle anini worraafi d'aloota worrale haga jiru jireenna eebisa.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ