10 Koromini worraa bara ch'ufa goobde, looni worraleeni, ka insaleesine, aka dansa d'alani.
Ilmaani worraa buraat'e aka ilmoole hoola tabati,
Waaqi mana worraa imballeesu, worri soda womatu inqabu.
Lafa teesani keesa nad'eeni garaachi iraa bahu, ta yokhaani ijoolle ind'alle injirtu. Anini lubbu isani d'eeresa.
Duri dureesa toko jira, ka woya mimid'aaddu gati guddo qabdu naqate guyya ch'ufa gammadafi qilit'amaani deemu.
AABBO Waaqi isani horsiise, isani daraarse, ilmaani heddu, isanii kenne, loonifi mid'aani heddu lafa inni ababoota teesaniti kakhateti isanii kenna.