4 D'uguma atini imbeeta, haguma duri nama lafa irati uumani,
eebiseefi waan jed'eeni, Ilmaani hora, lafa guuta fida, ammalle qurt'umi baariinitifi waan gubbaa barisatiifi waan lubbu qaba ka deemu ch'ufa mohad'a.
Nu qarooma keenna jaarole mata arri iraa baranne, ta abba kankele dura jirtu.
Worri qarooni ya waan abbooti ufi iraa barate na barsiise, worri woma tokole na ind'ossine.
Anini eegi jaaroleeni tunini nama wobule ha qarooma ufi garsiiftu jed'e.
Gubbaani ta AABBO Waaqa ch'alla, ammo inni lafa yayu namaa kenne.