13 inni afaani keesaa fud'achu dad'abele,
sagaleeni garaa isaa keesati had'oofte, had'a bofaa iti taati.
Yo inni haga fed'u nyaate quufele, Waaqi aka male isaati dallane, tontomooni d'ae lafa buusa.
Nami d'ugaa yaamatani, ka d'ara dubbatu, d'uga balleesa. Ch'ubbichi hameenna mieefate gula deema.
Ato worri fooni afaani qabu, AABBO Waaqi worrati dallane, ch'iisa d'ukuba hama worratiini d'ufe.
Wonti akanatiifi yo fed'i nafa keesani gula deemtani indootani; ammo yo Lubbuuni nafa keesani ijeeftani injiraattani.