Yo sila anini aka keesani jiraad'e, isanileeni aka kiyya kana jiraattani, anini waan isani jettani kana inuma jed'a. Anini sila mata isaniti irbe waan heddu isaniti haasaa.
Gaafa lafa jiru, Yesoni qonqo guddofi imimaaniini aka male Waaqa kad'ate, ka dandae duisa keesaa isa baasu. Waan inni Waaqa sodaateefi Waaqi isa d'agaye.