10 Nu qarooma keenna jaarole mata arri iraa baranne, ta abba kankele dura jirtu.
Qaroomi ka jaaroleetiiniti? Hubachaani ta nama lafa buleetiiniti?
Inni nama d'ugeefatani ch'allisise, qarooma jaarole iraa fuud'a.
Nami lubbu bule arri baase nama d'ugaa ka Waaqi eebise.
Woraani kara keesati nama balleese, gaargali taka inargini worra keesati nama qabata; kaimi ka d'iiratifi ka uwaleeni raawate, daimafi jaaroleleeni hafto d'abdi.
Waan duri, ka dabre, qaabad'a, abbooti teesani waan tahe gaafad'a, jaarole odu duri odeefad'a.