9 Yo Waaqi isani ilaale, inni waan dansa isani irati inarga? Isani aka nama sobdani, waan Waaqa sobu dandeetani seetani?
Waaqi jaba, waan ch'ufa indabsata; ka wo sobuufi ka sobanileeni ch'ufti harkuma isaa keesa jira.
Ammo nami yo due ya hobae; yo hafuuri keesaa bahe maanti hafa?
Nami na goyeesu na marse, ilti tiyya jibba worri na jibbu agarti.
Waan Ayubuni jed'e ch'ufa herega; aka inni aka nama ch'ubbu dubbatu inagartani.
Ee Waaqa, na ilaali garaa kiyya beekhi, na laali, heregi kiyya hubad'i.
atini imbeetu? Atini herega keenna ch'ufa imbeeta.
Gorsa kiyya goyeesitani inkoblina! Yo isani akasi taatani, aki isani badi jalaa baatani isaniti jajabaata. Anini aka AABBO Waaqi guddaani lafa ch'ufa balleesu fed'e ya d'agaye.
Anini, AABBO Waaqi, qalbi nama ch'ufa laale, garaa namale ilaalad'a. Anini nama ch'ufa adabuma isaa gula waan male kennaafi, waan inni tolchu gula.