1 Jennaani Sofariini, ka gosa Naamathi, waan jed'eeni:
ta dukanti isii sipeeni gaandidoofte nama wo gassitu, ta ifsaani isiileeni ch'ufti dukana fakaatu.
Nami tokoleeni ka dubbi hagana geetu tana si jalaa qabu injiru? Nami akana dubbi d'eeresu kunini d'uga inargata?
Jaalani Ayubuu sadeeni, Elifazi, ka worra Temanitiifi Bildadi, ka lafa Shuhitiifi Sofariini ka lafa Naamathi, aka inni gaargale d'ageennaani woligalani, waan inni keesa jiru gaafachu d'aqani.
Jennaani Sofariini, ka gosa Naamathi waan jed'eeni: