Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Aayubu 10:12 - KITAABA WAAQA

12 Atini jaalala na garsiifte jireenna naa kennite lubbu tiyyale qorqoratte.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Aayubu 10:12
6 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Atini guddo na jaalatte lubbu na baafte. Gaareeni suni guddo fago, ato achi ingeenne beelafi d'eebuuni dua.


Atini nafa kiyya lafeefi maach'eraani mid'aasite, lafe suni foonifi gogaani duuchite.


Lubbuuni Waaqa na uumte, hafuuri Waaqa gudda jireenna naa kenne.


Tanaafi anini isaniti hima, Jireenna yokhaani nyaata d'ugaati, yokhaani waan nafaati uyifatani ind'ind'insiina. Jireenni liqimsa ira injiru: Yokhaani nafi woya ira injiru:


Yokhaani harki nama isa inyaachisu, aka waan inni wo fed'u. Wonti akanatiifi inni jireennafi hafuura nama ch'ufaa kenna.


akuma nami toko jed'e, Nu isa keesa yaane teteenne jireenna arganna. Akuma namichi keesani toko sirba keesa jed'e, nu ijoolle isaati.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ