2 Samueli 7:29 - KITAABA WAAQA29 amma anini si kad'ad'a, d'aloota kiyya eebisi, aka worri naasu tante hojja ch'ufa argatu. Atini AABBO Waaqa, yayu waan kana kakhate, ammalle eebiiti tante haga jiru jireenna d'aloota kiyya iraa imbaatu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |