17 Nathanini waan Waaqi daayya keesa isati hime kaani ch'ufa Dauditi hime.
Atini haga jirtu d'aloota ind'abdu. Hayyumti teetileeni muumme inqabdu ta haga jiru jireenna.
Jennaani hayyu Daudini Waaro Woyyuma ta AABBO Waaqa d'aqe, gatae kad'ate waan jed'e, Anaafi worri kiyyaleni qara eenu, ee AABBO Waaqa, ka atini armaani geete waan kana ch'ufa tolchiteefi?
Duuba inni waan raaga Nathani jed'aniini jed'e, Anini mana hind'eesani jaraniti gala, ammo Sanduqi Wold'aqisa Waaqa waaro keesati gala!
Nathanini waan Waaqi daayya keesa isati hime kaani ch'ufa Dauditi hime.
Ammalle waan isani olaana tokole inhambimne, ato isanii agarsiise barsiisu, nama duraafi maneeni teesani keesaleti.
Anini fed'i Waaqa tokole isani ind'ossine.
Dubbi jabdu ta nati odeesani anileeni isaniti dabarse: ta Kristoni maro daba keennatiifi due jettu, akuma t'aafi keesati t'aafani;