2 Samueli 6:12 - KITAABA WAAQA12 Daudini aka AABBO Waaqi worra Obed-Edomutifi waan inni qabu ch'ufa maro Sanduqa Wold'aqisatiifi eebise d'ageennaani, Sanduqa Wold'aqisa mana Obed-Edomu suni keesa fuud'e, gammada guddaani Yerusalemuni d'ufe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |