2 Samueli 5:8 - KITAABA WAAQA8 Guyya suni Daudini waan worra isaatini jed'e, Isaani nami tokoleeni ka aka kiyya kana worra Yebusi jibbe hobaasu fed'u jira? Yoosi beena, boola bisaani ta lafa jalati baqasani suni gula yaa worra naafafi balla suni had'a balleesa. (Wonti ballaafi naafi dandae Mana AABBO Waaqa iseenu jed'anifi tana.) အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |