2 Samueli 3:29 - KITAABA WAAQA29 Ch'ubbuuni tunini ha Yoabufi worra isaa ch'ufa qabatuuti! D'alooti isaa ch'ufti nama ch'oftu qabuufi yokhaani nama qomaat'a qabuufi yokhaani nama huji d'iira lakise huji nad'eeni ch'alla hojatufi yokhaani nama woraanani duu yokhaani nama liqimsa inqamne ha qabaatuti! အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |