2 Samueli 24:17 - KITAABA WAAQA17 Daudini malaika biyya fit'u jirtu arginaani waan AABBO Waaqaani jed'e, Nami wollaala qabu, ka wo balleese anuma, worri woma keesa injirre kunini maani yake? Atini sila anaafi worra kiyya balleesu malte. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |