2 Samueli 24:11 - KITAABA WAAQA11-12 Jennaani AABBO Waaqi waan raaga Daudi ka Gadi jed'aniini jed'e, Beeni d'aqi, Daudini waan jettu, AABBO Waaqi waan jed'u, waan sadi woli bira qabad'u ka feetu gula bahi kama tateefu siumaa tolcha. Boriyyaate Daudini lafaa kaanaani အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Sauloni, dansa, nu yaasi jed'eeni, Jennaani dira namichi Waaqa kaani keesa tau d'aqani, ato worri gaara kore dirati oliyau dubra bisaani worabachu yaatuuni fuula keesa wold'ufani. Jaarsi wo himu kaani dira kana jira? Jed'ani dubra suni gaafatani. (Gaafasi Israeli keesa raagani, nama wo himu jed'aniini, Tanaafi hojja nami Waaqa wo gafaachu fed'u, nami sunini waan jed'u, gara nama wohimu nu yaasa jed'a.)