2 Samueli 23:20 - KITAABA WAAQA20 Benaiyani, ilmi Yehoyada ka lafa Kabseeliti d'ufeleeni, nama askarti toko ka guddo gurra qabu; inni waan jannooma heddu tolche, askarti Moabu jajannale nama lama ijeese guyya toko, ka lafti aka hama d'aamotu, inni boola toko seene keesati nyeench'a ijeese. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Kunini maqa askarti gurra qabdu, ta guddo huji beetu, ta gosa Gadi, ta d'ufte goli Daudi taate, gaafa inni lafa gamooji fulla jabeesani jaarani, keesa tau. Worri kunini ch'ufti guddo wonteefi woraanani woi had'u beekha, fuuli worra aka fuula nyeench'a nama sodaachisa ammalle akuma gadamsa gaara ira oria.