Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




2 Samueli 22:7 - KITAABA WAAQA

7 Gaargala kiyya keesa anini AABBO Waaqa yaamad'e, na qarqaari jed'eeni. Mana isaa keesa inni qonqo tiyya d'agaye. Iyyanti tiyya isani baate.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




2 Samueli 22:7
16 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Jennaani worri gaargala ufii keesati AABBO Waaqati bohe, inni gaargala suni keesaa worra baase.


Jennaani anini AABBO Waaqa yaamad'e, Ee AABBO si kad'ad'a na baasi jed'eeni!


Gaafa anini gaargala keesa jiru anini AABBO Waaqa yaamannaani inni na jalaa owaate.


Gaargala kiyya keesa anini AABBO Waaqa yaamad'e, na qarqaari jed'eeni, Mana isaa keesa inni qonqo tiyya d'agaye, iyyanti tiyya isaani baate.


Anini waan toko ch'alla AABBO Waaqa kad'ad'a, waan toko ch'alla isaa iraa fed'a: aka haga jiru ch'ufa mana AABBO Waaqa keesa tae mid'aaguma isaa mame, Mana isaa keesati isa kad'ad'u.


Yo hiyyeesi isaati bohe, inni ind'agayaafi, gaargala isaa ch'ufa keesaa isaa baasa.


Duuba AABBO Waaqi waan jed'e, Anini yayu gaargala worra kiyya ka lafa Misiri keesa tau arge, boha worri nama worra hojachiisu iraa bohu d'agaye, d'iba worra kiyya hubad'e.


Jennaani anini waan jed'e, Yayu fuula kanke duraa na balleesani, anini amma akami dandae deebie mana kanke qulqullo ilaani arga?


Anini ufi jibbaad'e aka duu ufi arginaani, ee AABBO Waaqa, si qaabad'e, si yaamad'e; jennaani atinileeni mana kanke qulqullo keesaa na d'ageete.


AABBO Waaqi Mana ufii qulqullo keesa jira: nami lafa keesa jiru ch'ufti ha isa durati ch'allisuti.


Waan inni guddo gaargala qabuufi guddise kad'ate; damfi isaa lafati ch'och'obe d'iiga fakaate.]


Gaafa lafa jiru, Yesoni qonqo guddofi imimaaniini aka male Waaqa kad'ate, ka dandae duisa keesaa isa baasu. Waan inni Waaqa sodaateefi Waaqi isa d'agaye.


Isani worra oobru isanii hojatu hori imbaamne. Aka worri isani himatu ch'aqasa! Booti worra mid'aani keesani galchu, la gurra Waaqa Aabbo gudda geete!


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ