14 Jennaani AABBO Waaqi gubbaa mandie, qonqo Waaqa gudda d'agayani.
Atini aka kiyya jabaa? Qonqooni tante aka tiyyaa imandiiti?
Isani gumi qaaloleetifi gosa qulqullo naa taatani.
AABBO Waaqi qonqo jabdu nama d'ageesise, irre dallansu isaa nama garsiisa. Ibidaafi bokaya guddaafi bokaya d'akhaani roobufi bokaya muumme inqamneti d'ufa.
Wobbeesa koola waan lubbu qaba suni Mana Waaqa alalleti ind'agayani. Wobbeesi sunini qonqo Waaqa gudda fakaata.
Mana Waaqa ka gubba jiru banani, sanduqa wold'aqisa kaani Mana Waaqa keesati argani. Duuba hangaasufi dibbeesafi d'uqeesa mandiisutifi chochoiti lafatiifi bokeeni d'akhaani roobe.
Urjini gubba nama haate; ato gubba martu Sisera haate.
Nyaapa AABBO Waaqa imballeesani; inni gubba iti mandia, AABBO Waaqi lafa ch'ufa qore hayyu ufi jabeese hayyu inni fohate dabsachiisa.
Ato Samuelini sorio suni qalu jiru worri Filisti ka worra had'uu yau worrati d'iaate; ammo hojuma suni AABBO Waaqi gubbaa worrati mandie, worra mudamsiise baqachise.