13 Ifse angaatu ta isa dura deemtu keesa ch'ileeni bobeetu baate.
Jennaani AABBO Waaqi gubbaa mandie, qonqo Waaqa gudda d'agayani.
Aari funani keesaa yae, ibida wogube balleesuufi ch'ileeni bobeetu afaani keesaa yaate.