2 Samueli 21:22 - KITAABA WAAQA22 Jari afraani fit'ani kunini worra d'ed'eera fufurda gosa Gathi keesaa d'alate; worra suni Daudifi jara isaati fit'e. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Anini lafa tana irati waan toko d'ibile ya hubad'e; qolchaani dogoomsu keesa guyya ch'ufa nama inqolchu, jannileeni had'iisa guyya ch'ufa indabsatu, qarooleeni guyya ch'ufa bulti inargatu, nami maltichileeni guyya ch'ufa horiti imbahu, ammalle nami jabaani wo beekhuleeni hojja ch'ufa waan fed'u inargatu. Mudani namuma ch'ufati galti.
Duuba amma lafa gaareeni ta gaafa anaafi jari wahela kiyya waan isii Musati himne, ta AABBO Waaqi naa kakhate naa kenni. Nu gaafasi ya siti himne, aka worri gugurdaani d'ed'eerani, gosa Anaki, dira gugurda naaboni jaarate keesa tau. Hegeri AABBO Waaqi na woliini jiraate akuma inni jed'e kaani, anini worra arti keesaa baasa.