2 Samueli 21:14 - KITAABA WAAQA14 Jennaani worri lafele Saulotifi ta Yonathani awaala Kishi abba Saulo ka Zela lafa Benjamini keesa jiru keesaati awaale. Akanaani waan hayyuuni tolcha jed'e ch'ufa guutani. Eegi suni Waaqi kad'acha worri lafa suni jed'e, kad'ate, d'agaefi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Hojja arra na biraa deemte atini nama lama d'aatu irreesa Raeli, ka Selsa jiru lafa Benjamini keesati, argita worri waan siini jed'u, Harreeni atini barbaada d'at'e ya galte; abbe amma waan isii iyyaadu, ammo guddo si yaaduu jira. Inni hojja ch'ufa tae, ilmi kiyya ingalle, anini amma maal taha jed'e dubbata.