2 Samueli 21:1 - KITAABA WAAQA1 Bara Daudini lafa fidu suni oola jabdu gana sadi fud'atu tokoti lafa d'ufe. Jennaani Daudini waan oola suni AABBO Waaqa gaafate, AABBO Waaqi waan jed'eeni, Saulofi worri isaa worra harka d'iiga, ka nama fit'u. Inni worra Gibioni fit'e. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |