2 Samueli 20:8 - KITAABA WAAQA8 Worri d'akha gudda toko ka Gideonitini bahe jennaani, Amasaani worra fuula keesa d'ufe. Yoabuni miha lola hid'ate, goraade qalqala keesa keeyate, gurdati hid'ate. Ato inni gadi d'ufu jiru goraadeeni isa qalqala keesaa baate iraa lafa buute. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |