2 Samueli 20:21 - KITAABA WAAQA21 Nu herega suni inqamnu. Namicha Sheba jed'ani ka ilma Bikri, ka lafa gareeni ta Efraimu keesaa bahe, hayyu Daudini morku fed'a. Namicha suni ch'alla nuti keenna dira keesaani biraa yaana. Isiini waan jetteeni mata isa dallaa irani isaniti darbanna. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |