2 Samueli 20:19 - KITAABA WAAQA19 Diri keenna kunini dira Israeli keesa nagayafi balchuma qaba. Atini maanifi dira kana balleesu feeta? Atini waan AABBO Waaqa balleesu feeta? အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Ee hayyicha, dubbi tiyya d'agayi yo nami beeni, Daudi had'i sini jed'e AABBO Waaqa taate, anini sorio baaseefi herega isaa garagalcha: ammo yo nama taate, AABBO Waaqi nama suni balleesinna. Wonti akanatiifi worri sunini lafa AABBO Waaqa keesaa na baase, lafa d'ibi anini waaqa d'ibi kad'ad'uni na d'ufe.