2 Samueli 20:1 - KITAABA WAAQA1 Lafa Gilgali keesa gaafasi namicha seseega woma keesa injirre ka Sheba jed'ani ka ilma Bikri, ka gosa Benjaminiti jira. Inni magalata d'ae iyye waan jed'e, Daudini ha baduti! Nu nami tokoleeni isa gula iyyaanu, worra Israeli biraa nu galcha! အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |