Ammalle namicha toko ka Shemei ilma Gera, ka gosa Benjamini, ka worri isaa Bahurimuti jira. Gaafa anini Mahanaimu d'aqe inni aka hama na abaare, ammo galaana Yordaniti woliargine jennaani, anini maqa AABBO Waaqatini iti kakhad'e aka anini isa inijeemne.
Guyyaani anini waan inni tahu male Waaqa gaafad'eefi suni ch'allaniti. Waan mala sini balleesani, ee hayyicha, naafi worra kiyyale tokole ingaafatini, nu keesa injiru.