2 Samueli 18:26 - KITAABA WAAQA26 Jennaani namichi wo eegu kaani ammalle millate nama d'ibi ka gadi utaalule arge. Namicha fullo eegu kaaniti lalabe waan jed'ani, Ilaali, namicha toko d'ibi ka koba utaalule! Hayyuuni ammalle waan jed'e, Kulleeni oduma dansaani d'ufuu jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |