25 Jennaani inni lalabe hayyuti himnaani hayyuuni waan jed'e, yo inni nama toko ch'alla tate, inni odu dansaani d'ufa. Namichi kaani gaduma d'ufe worrati gadi d'iaate.
Ato Daudini fullo alaatifi ta garaa keesaa jiddu tau, namichi lafa eegu eeddo fulla gubba kore, nama toko ka koba utaalu arge.
Jennaani namichi wo eegu kaani ammalle millate nama d'ibi ka gadi utaalule arge. Namicha fullo eegu kaaniti lalabe waan jed'ani, Ilaali, namicha toko d'ibi ka koba utaalule! Hayyuuni ammalle waan jed'e, Kulleeni oduma dansaani d'ufuu jira.
Jennaani Aabbo Waaqi waan nani jed'e, Nama wo eegu tolchi, inni ha waan arge nuti himuti.