13 Ammo ato anini hayyu ch'aqasu dide Absalomuni ijeese, hayyuuni inuma d'agaya — inni waan ind'ageenne inqabu — atinileeni naa indubbattu.
Waan tokole dandaani Waaqa ind'ossani. Wonti lafa keesa jira ch'ufti ila isaa dura jirti; isa durati waan keenna ch'ufa himachu malle.